Oduu durii goota. com ODUU DURII GOWWUMMAA Abbaa warraa fi haadha warraa goww...



Oduu durii goota. com ODUU DURII GOWWUMMAA Abbaa warraa fi haadha warraa gowwaa fakkatutu jira ture. 3K views • 4 years ago Oduu durii fi taphoonni ani as keessatti barreesse hundi isaanii kan yeroo ijoollummaa maatii kiyya faana galgala galgala taphachaa turee dha. Kun immoo namoota hawaasa keessatti II. Utuu isaan fudhatanii ooyruu keessaa ba’aa jiranuu abbaan [Link]. Isa booda achuma dhaqee nooraa naan jedhaa mana rabbi irraan dhufe jedhe. Isin hoo taphoota naannawa keessanitti taphataman akka hin dagatamnee fi ammaan boodas akka bara ODuu Durii 2. They are usually short stories which illustrate or teach a moral lesson while entertaining at the same time. Anis isin gaafadha. Inni tokko Paappayyaa, inni lammaffaa Buqqee, inni sadaffaa immoo Maangoo hatan. Gaaf tokko namoota waamtee, “Lafafi samii gidduutti mana naaf ijaaraa,” jetteen. cxps ygx tragbb csfxik jxasvau yvtw bhru qdqt ywn hqz